Portada del podcast

Birmaduu Radio Podcast

  • Wanda Na Dura Jiru Duwwaatti Haa Hiixannu

    26 AGO. 2018 · Ergaa Wangeelaa, Lb. Dr. Gammachuu Olanaan qophaa'e . “Obboloota ko ani akka nama harka isaa keessa isa galfatetti of hin lakkaa’u. Hata’u iyyuu male. Waan tokko nan godha; wanta na booddetti hafe yaaduu dhiisee; wanta na dura jirutti nan hiixadha.” Fipl. 3:13
    Escuchado 25m 52s
  • Raawwii Akeeka Waqayyoo

    4 AGO. 2018 · Barsiisa Wangeelaa seenaa Ruth irratti hundaa'e. Lb. Gemechu Olanaan kan qoophaa'e. | Bible lesson based on the history of Ruth.
    Escuchado 34m 52s
  • Jireenya fi Hoogansa Ogummaa Sodaa Waaqayyon Masakamu

    27 JUN. 2018 · Ergaa Wangeelaa Waa'ee jireenyaa Hoogansaa kan Ogumaa Sodaa Waaqayyoon Masakamu. Lb. Gammachuu Olaanaan kan qophaa'e. 1Sam. 13 -16
    Escuchado 34m 35s
  • Hiikaa Jireenyaa

    12 MAY. 2018 · Lb. Gammachuu Olanaan kan qophaa'ee, ergaa Wangeelaa Hiikaa Jireenyaa kan Ilaaluu, Luq. 22:24-29 kan hundaa'ee.
    Escuchado 27m 19s
  • Ijaarsa Haraa Kan Mulata Waqayoo irratti Hundaa'e

    6 MAY. 2018 · Barsiisa Sagalee Waaqayyoo waa'ee Ijaarsa haaraa, seenaa Nahimiyaa irratti Kan hundaa'ee. Lb. Dr. Gammachuu Olaanaan kan qophaa'e.
    Escuchado 30m 57s
  • Dhudhaa Wangeelaatti Jiraachuu Amanaa Tokko

    6 MAY. 2018 · Jireenyaa dhuudhaa Wangeelatti jirachuu duuka buutuu Gooftaa Yesuus tokko. Lb. Gammachuu Olanaan kan qophaa'e.
    Escuchado 40m 58s
  • Jireenyaa Abdii, Kan Amanamummaa Waaqayyoo Irratti Hundaa'e

    28 ABR. 2018 · Jireenyaa abdii, Kan amanamummaa Waaqayyoo irratti hundaa'e.
    Escuchado 25m 52s
  • Escuchado 38m 10s
Afaan Oromo Gospel Radio Podcast
Contactos
Información

Parece que no tienes ningún episodio activo

Echa un ojo al catálogo de Spreaker para descubrir nuevos contenidos.

Actual

Portada del podcast

Parece que no tienes ningún episodio en cola

Echa un ojo al catálogo de Spreaker para descubrir nuevos contenidos.

Siguiente

Portada del episodio Portada del episodio

Cuánto silencio hay aquí...

¡Es hora de descubrir nuevos episodios!

Descubre
Tu librería
Busca